Listen

Description

Sagantaa hardhaa keessatti:
1. Warra Bitcoin ummata ball'aat gadbaatee akka milkooftu qooda guddaa gumaachan keessaa: Martti Malmi, Gavin Andresen, Laszlo Hanec(pizza guy), Ross Ulbricht (Silkroad), fii Jed McCaleb (Mt.Gox)
2. Warra "Satoshi kan jadhamu ana!" ofiin jadhuufi  kan warri garii  "tarii abaluun kun Satoshi tahinna?" jachuun shakkan keessaa: Craig Wright, Dave kleiman, Debo J. E. Guido, Margaret Runchey fii Dorian Prentice Satoshi Nakamoto
3. Warra "lakki an Satoshi miti! " jadhee mormatu garuu ka gabaan ragaa walitti guurte  "Satoshi dhugaa" jattee heerragdu keessaa : Wei Dai, Adam Back, Nick Szabo, Len Sassaman fii Meredith L. Patterson, fii Hal Finney irraa ball'inaan dubbanne Bitcoin Network ijaaree Maqaa Satoshi Nakamoton kan gargaarmaa ture eenyu akka tahe ragaa wjjin dhiheessina