Listen

Description

- Ilaalchaafi Aadaan Irree fii loaalaan Olaantummaa mirkaneeffachuuf carraaquun yoom raawwataa?

- Qabsoo Oromoo sadarkaa haarayaafii qaraa taheetti olguddachuurraa  maaltu hanqise?

- Oromoon qabsoo sabaa gaggeessurraa gama qabsoo biyyaa gaggeessuutti taakku qabaa?

- Qubsumtiifi seenaan Oromoo ummatoota/saboota baayyee waajjin akka bifa hedduun walitti hidhata horatu taasisani jiran. Garu dhugaan kun waltajii siyaasa Oromo gubbaatti bakka gayaa argatee jiraa?