Listen

Description

-  Siyaasaan gandummaarrat utubamtee "ijaa baafannaaf" gaggeeffamtu biyyaaf faaydaa qabdii?

- Haga yoom Oromoon gartu Habashaa ofirrat moosisaa; ofiihis walirraatti duulaa jiraataa?

-  TPLF fii Warri EPRDF hafan marti yakka bulchiinsa isaani jalatti raawwatameef seeratti dhihaatu qaban 

- Xobiyaan nagaa waaraa argachuuf waltajiin ummataa fii humnootni siyaasa mara walqixa hirmaachisu jiraachuu qaba