Listen

Description

- Warri UN, EU fii US Habashoota lameen keessaa tokko filachuun rakko kan itti tahe fakkaata

- Oromon waltajjii siyaasaa baayyeetti faffaca'ee jiru kun ummata miidhaaf hinsaaxilu?
- Aadaan waltajjii siyaasaa Oromo kan kaleessa dhibdee guddoo uume sun, hardha jijjiirame jiraa?
- Twitter gubbaa qooqni Oromo xiqqaa