- Waan yaroo gabaaba as deema isin mudaturra aanuuf maal karoorfattani jirtan?
- Galii guddoo bira gahuuf maal malattanii lafaa qabdu?
- Akka baroota dabranii san ka dhufee-dabraa maraaf harka dhahuu, shubbisuufi ragaduurraa dhaabbachuuf sammuu ofii qopheessitanii jirtu?
- Gaangee warra aango qabatu mara jala kurkuruun "nu gahe!" jattani gaaraa murattanii?