Listen

Description

- Glasgow Climate Pact(Murtii COP26) maalfaa waan haarayaa murteesse?
- Warra kamtu murtii Glasgow Climate Pact irraa quufa dhabe?

- Qoqqobbiin Diinagdee warra Eritraarratti murame hagam miidhuuni dandahaa?
- Humni Siyaasaa Oromiyaafi OLAn biyya dhuunfatanii taliiguuf ammallee qophii gahaa hinqabanii dubbiin jattu maal akeekti?