Listen

Description

- Ajeechaan Ummatarratti Raawwatamu Guddachaa fii Fardeeffamaa Adeemaa jiraachu - Jaarmayaa Mirga Namaa Falmu Kan Ummata Oromiyaaf Qooqa Tahu Dhabuu - Jaarmayaaleen Siyaasaa fii Humni Waraanaa Ajeechaafii Miidhaa Ummatara Dhaqqabu Silaa Gabaasuurraa Of-qusate - Dubbii Lola Xobiyaarrat Warri Adiin Of-duuba Deebi'iaa ka jiru fakkaata.



*Yaroo waan dhabeef 'edit' hingoone. Ka jall'ate qajeelfataa, caqasaa!