- Nyaaphni uummata Oromo dhara "genocideā jadhuun aduunyaa birat yakkee fudhatama dhabsiisuuf ragaa guurrataa jira .
- Humni Oromo iddo sadiitti qoodamee walirra aanuuf carraaqqiin godhu Oromo laaffisee bittineessaa jira.
- J. Abdiisaan argaa-dhageettii ijaarsaa fii caasaa Oromo kan akaakayyuu jalatti barate nuun qooddata.
- Qarrree fii qeerroon maalturraa eegamaa .
BEEKSISA!!!
Podkaastiin Ilmaormaa ka marsaan duraa(season one) Episode kanaan xumuramti. Torban muraasaaf boqonnaa fudhanna.
Marsaan 2ffaan (season two) May 14, 2021 irratti jalqaba.
Hagasuu,
Nagayaan nuuf turaa!