- Bara 1917 qaallichi Xilyaani kan Enrico Cerulli jadhamu kitaaba "The Folk-Literature " jadhamtu barreesse. Kitaaba sana keessaa walalo lama kan natti tolan fileen akkan fedhuttin dubbisa.
- Walaloon lachu waan yaroo sanitti ummatni naanno hardha Shanan Gibee jadhamuufi ollaa isaa jiraatan keessa turan ibsa.
- Weyta san ummatni bakka lamat walqoode. Isaanis Afree Oromootaa fii Afree Naggaadootaa jadhamu.