Dr. Bayan Asoba qabsaawaa gameessaan deemsa qabsoo bilisummaa Oromiyaafi jiruu-jireenya ummata Oromo bara mooti qorkee Hayile Silaasee kaasee, maal keessa akka dabreefi hardhas sadarkaa kam gubbaa akka jiru yaada isaa akka nuun hirmaata gaafanne, waan irraa dhageenye.
Dhihaadhaa!