Listen

Description

Namni gaaga'ama bifa heddu qabu keessa dabre, dhibee fayyaa kan akkam jiraatu isa mudata? Jiruusaa keessatti amalota akkam jiraatu irraa mul'ata? Hariiron maatiin, haadhawarraan/abbaawarraan, ilmaaniinfi jaallansaa waliin qabu bakka kamitti jalaa jal'ataa? Rakko kanarra aanuuf furmaata kamtu jiraa? Eessattillee argamaa? Gaaffiilee kanaafi kuwwan hafan hedduuf Dr Naomy-in deebii nuuf laatti.
Dhihaadhaa!