Listen

Description

Kurfii kana gubbaatti:
Bara mootummaa cehumsaa keessatti jaallan dirree bahaat hafan maal irratti bobbahani turan?Maaltusaan mudate? Uummata, waraanaafi miseensoota haarayaa jidduu hariiroon maal fakkaata ture? Yaroo gabaabdu keessatti, miseensootafi humna waraana haaraa hedduminaan ofitti ida'uun dhiibbaa akkam jiraa fideefi taateewwaan hedduu kabiroo jaal AbbaaBiyyaan ballinaan nuun qooddatan.

Dhihaadhaa!