Kurfii maayyii tana gubbaatti Dr Bayan seenaa nuun hirmaatu guduunfa. Qabxiilee;
- Hariiroo(qunnamtii) ODF fi EPRDF jiraachaa ture
- ODF biyya erga galee duubatti eessatti akka aanee
- qabsoon bilisummaa Oromiyaa, "Oromo" callaarratti hundaahee itti fufuunsaa uummatoota hafan ifirraa achi hindhiibnee?
- Sabarratti hundaahurraa gama mull'ata namoomarratti(univeral appeal) yookaan biyyarratti karoorfachuu
- guddina aduunyaan bira dhaqqabde tun ijaarsi "State-nation state" jadhamee beekamu barri duubatti dhiisee ka biraa kutaa jiru hinfakkaatu
Yaadaafii beekomsasaa if-qusannoo male nuun hirata.
Dhihaadhaa!!