Kurfii tana gubbaatti Sintaayyoorraa:
- haala Oromtichi, Taayyee Danda'aa Areedoon, amma keessai jiru,
- madda ilaalcha siyaasa inni hordofaa ture,
- akkamiifi maaliif MEDDAMAR leellisa ture,
- amala dhalootaa addaa irraa mul'atanfii,
Seenaa Oromticha Taayyee Danda'aa Areedo nuun qooddatti.
Dhiihaadhaa!!
#Oromia