Listen

Description

Qophii kana keessatti Obb. Halakheen fayyaa sammuurratti beekumsaafi muuyxannoo gannoota dheertuf qabu nuun qooddata.

Halakheen Austraaaliyaatti fayyaa sammuurraatti karaa hedduun bobbahee ganna 25f dalagaa waan itti jiru keessaa fakkeenyaaf "accredited Mental Health councilor, social therapist & Community Health Counsellor" ta hangafaati.

Kitaaba Isaa warri dubbisuuf hawwitani:
Ganyu, Halakhe (2010). Displacement and discovery : the psychosocial experiences of migration on horn of african refugee men and the implications for social work intervention.