Obb. Halakheen Fayyaa Sammuurratti beekumsaafi muuyxannoo ganna dheertuf qabu nuun qoodachuu kutaa duraa keessatti eegale qophii maayyii kana gubbaatti nuuf guduunfa.
Obb. Halakheen Austraaaliyaatti fayyaa sammuurraatti karaa hedduun bobbahee waan ganna 25f dalagaa jiru keessaa fakkeenyaaf tarreessuuf, "accredited Mental Health councilor, social therapist & Community Health Counsellor" warra hangafa.
Kitaaba Isaa warri dubbisuuf hawwitan:
Ganyu, Halakhe (2010). Displacement and discovery : the psychosocial experiences of migration on horn of african refugee men and the implications for social work intervention.