Marii ogeeyyiin fayyaa fi falmitoota mirga namoomaa kan ta'an Dr.Baaroo Dheeressaa fi Dr Dagafaa Abdiisaan qopheessaa sagantaa Siyaas-Diinagadee Oromoo kan tahan obbo Ayyaanaa Goobanaa ogeessa Diinagdee tahe waliin godhan caqasaa.
Send us a text
Support the show