Listen

Description

Sabni Kaayyoo  qabu hin reeqqisu, hin daddaaqu! Ajandaa nyaaphatiin tokkummaa kee hin sharafin!
Nyaaphni keenya guyyaa Guyyaan ajandaa nuuf kalaqeet kaayyoo nu wallaalchisuun hojii manaa isa nu hojjachiifata Oromoon kanatti dammaquu qaba.

https://youtu.be/l0UEWGIRQHQ

Send us a text

Support the show