podcast
details
.com
Print
Share
Look for any podcast host, guest or anyone
Search
Showing episodes and shows of
Caalaa Tube
Shows
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Qubee Afaan Oromoo - Birhaanuu Hundee tiin
Guddinni Qubee Afaan Oromoo (QAO )maalirra jira? DHALOOTA FINCILAA Guddinni Qubee Afaan Oromoo (QAO)maalirra jira?Birhaanuu Hundee tiinWaggoota shantama dura, yeroo ”Afaan Oromoo raadiyoonii cabsa ”jedhamee dubbatamu sana, Afaan keenya haala sana keessaa bahee sadarkaa har’aa kanarra ni gaha jedhee eenyutu yaade? Afaan Oromoo barreeffamuun isaa hafee akka hin dubbatamneeyyuu dhiibbaan irragahamaa akka ture seenaatu ragaa ta’a. Galatni qabsaa’ota Oromootiif addatti immoo ABOf haa ta’u, kunoo Afaan keenya Qubee ittiin barreeffatus argatee; har’a Afaanota biroo wajjin Addunyaa...
2025-11-19
22 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
SEENAA FDG, KALEESSA, HAR'AA FI BORU QABSOO BARATTOOTA OROMOO BAROOTA 2000 KAASEE HANGA BARA 2018 TAASIFAMAA TURE
SADAASA2025: SEENAA FDG, KALEESSA, HAR'AA FI BORU QABSOO BARATTOOTA OROMOO BAROOTA 2000 KAASEE HANGA BARA 2018 TAASIFAMAA TURE KEESSATTI INJIFANNOOLEE AKKAMII GALMEESSEE AKKAMIIN AMMOO GALMA GA'UUF WAREEGAMNI ITTI KAFFALAME HANQATE? MAAL IRRAA BARANNA EGEREEF? HARDHA WARRA QABSOO BARATTOOTA OROMOO JALQABAA KEESSA TURAN WALIIN MUUXANNOO FI HAALA AMMEE XINXAALLA. ISAANIS DR DASSAALANY N.GUYYUU BARSIISAA YUNIBARSIITII FI DR.CAALAA O-ABDIISAA OGEESSA FAYYAA TI.Kanneen karaa YouTube caqasuu barbaaddan Link armaan gadii kana https://www.youtube.com/live/dTkVAKKSUl8?si=Nmn9JEU_n-nTvmyv cuqaasaaSend us a textSupport the show
2025-11-17
2h 29
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Yaadannoo FDG ilaalchisee Sagantaa addaa
Yaadannoo Waggaa 20ffaa FDG kana karaa Zoom miseensota ABO biyya keessaa fi addunyaa guutuuu irra jiran gamtaan kan ayyaaneffatan yommuu ta’u, sagantaaleen skal barnootaa fi ibsi baayyeen kennamee ture. Sagaleen armaan gaditti caqasuuf deemtan kanneen guyyaa kana barnootaa fi Ibsa garagaraa laatanii dha.Sagaleen caqasuuf deemtan kunis:J/ Gaashuu Lammeessaa, Amaan Filee Lammii Beenyaa, Daawit Abdataa, Caalaa Hayiluu, Prof. Moosisaa Aagaa, Dr. Baaroo Qannoo fi jaal Yaddii ( Gamteessaa Boruu) ti.Send us a textSupport the show
2025-11-11
2h 00
SBS Afaan Oromoo
The cervical screening test that could save your life - Ilaalama Gadameessaa(Cervical Screening) kan lubbuu kee baraaruu danda''u
Cervical cancer is preventable, but only if you catch it early. Cultural and personal barriers have often meant that women avoid cervical cancer testing. But now with the help of a world-leading test, Australia is aiming to eliminate cervical cancer by 2035. The test is a safe and culturally sensitive option for women from all backgrounds. Best of all it could save your life—or that of someone close to you. - Kaansariin gadameessaa ittifamuu danda'a, garuu yoo daftee qabatte qofa. Dhiibbaan aadaa fi kan dhuunfaa yeroo baayyee dubartoonni qorannoo kaansarii gadameessaa irraa akka fagaatan taasiseera. Amma garuu gargaarsa qorannoo addunyaa ir...
2025-11-05
11 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
The Dhuggeeffannoo Oromoo book highlights the philosophy and worldview deeply rooted in the Oromo nation, along with cultural expressions such as Irreecha and the spring festivities. Mr. Ayyaanaa discusses this with the author, Caalaa Hayiluu.
Kitaaba Dhugeeffannoo Oromoo: AYYAANOTA Tibba Birraa ayyeeneffataman Fulbaana 2025 Caalaa Hayiluun barreeffamee maxxanfame irratti barreessaa Caalaa Hayiluu fi Obbo Ayyaana Goobanaa godhan caqasaa This book is a cultural-historical work that explores Oromo culture, with a particular focus on Irreecha and other traditional festivals celebrated during Birra, the spring season of Oromia. It is based not only on research, but also on lived experiences, conversations with experts and elders, and the lessons I learned in Galma Waaqeffannaa when I was back home.Within Oromo history and traditions, Irreecha stands as a sy...
2025-09-30
43 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Walaloo Caalaa Hayiluu : Gaafasii fi Gaafana
Send us a textSupport the show
2025-08-05
03 min
ILMAORMAA
Ep. 246 Bilisummaa Oromiyaaf Warraaquurraa Bilisummaa Oromoo Qofaaf Qabsaahuun Nun'sakaallee ? |9/9
Kabjamoo hordoftoota keeenya, seenaan Jaal Woldeerraa barannuu xumura geesse. Kurfii sagleessoofi ka maayyii kana keessatti, Jaal Woldeen:- Qoqqoodamu ABO keessatti mull'ate ture,- Kora EritIraa keessatti ABOn gaggeeseefi waldhabbii hogganoota jidduutti uumame hiikuuf tattaaffii godhame,- Koloneel Irreessaa Caalaa waliin walargani yaada waljijjiirratan,- Garaagarummaa kaayyoo hogganoota ABO jidduutti mullateefi bifa inni biyya ambaa keessatti calaqisaa tureefi seenaa qabsoo Oromoon gaggeessaa tureefii mudannoo baayyee keessa dabran ballinaan nuunqooddatu.Dhihaadhaa!!
2025-07-30
2h 47
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Sirna Eebba Kitaaba Caalaa Hayiluu
Kitaabni mata duree Dhaloota Fincilaa jedhamu kan barreessaa fi waloo Caalaa Hayiluu Abaatatiin barreeffame Sadaasa 24-2018, biyya Sweden magaalaa Stockholmitti eebbifameera.https://www.facebook.com/photo.php?fbid=2331693786904447&set=pcb.2331694043571088&type=3&__tn__=HH-R&eid=ARCZ3mkYIc_WGA5zIF_Qr3-6m6PpUmMdqksIb_BF3knLtOGngdE6sFkc7gGfRGpSJU_IT4_N3OrH6kdUKitaabni kuni takkaahuu waan dhalli Oromoo tokko darbeeyyuu uummanni keenya keessa jiraateefi jiru fi jiraachuu fedhu, diddaa fi roorroo, beelaa fi dheebuu,hongee fi godaansa, lolaa fi nagaa, jaalalaafi jibba, waadaa fi gantummaa, gootummaa fi albaadhessummaa. Faroo- falaa fi raaga, ijibbaataa fi...
2025-04-21
57 min
AWR Oromo / Afaan Oromoo / Oromiffa / ኦሮምኛ
SAGANTAA IFA DHUGAA SAGALEE ABDII AFAAN OROMOO. THE TRUE LIGHT FROM ADVENTIST WORLD RADIO OROMO
kurmaana 1ffaa Barnoota 11ffaa: Kana caalaa maal gochuu danda’a ture? 1st quarter Lesson 11: What More Could I Have Done?
2025-03-14
28 min
AWR Program
SAGANTAA IFA DHUGAA SAGALEE ABDII AFAAN OROMOO. THE TRUE LIGHT FROM ADVENTIST WORLD RADIO OROMO
kurmaana 1ffaa Barnoota 11ffaa: Kana caalaa maal gochuu danda’a ture? 1st quarter Lesson 11: What More Could I Have Done?
2025-03-14
28 min
Caalaa Tube's podcast
My very first episode with Spreaker Studio
2025-02-11
02 min
SBS Afaan Oromoo
Understanding Indigenous knowledge of weather and seasons - Beekumsa Abbootii Dachee kan qilleensaa fi tibbaa
You’re probably familiar with the four seasons—Summer, Autumn, Winter, and Spring—but did you know that First Nations people have long recognised many more? Depending on the location, some Indigenous groups observe up to six distinct seasons each year. - Tarii tibbanoota afran ni beekta taha – Bona, Arfaasaa, Gannaa fi Birraa – garuu ummatootni Saboota .Jalqabaa yeroo dheeraa irraa jalqabanii kana caalaa akka isaan beekan ni beektaa? Bakka jiraatan irratti hundaawee gartuun Abbootii Dachee tibbanoota hanga jahaa gahan waggaatti yeroo hunda ni argan.
2024-12-11
10 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
ABOn waggoota 50n darban Oromoof Hoomaa hin hojjanne.” Abiy Ahmed akkas jedhe. Dhugaa dhaa?
“ABOn waggoota 50n darban Oromoof Hoomaa hin hojjanne.” Abiy Ahmed akkas jedhe. Dhugaa dhaa? Abiy Ahmed Maalif akkas jedhe? Dhuguma ABOn Oromoof waa hin goonee?Kanaa fi kan kana fakkaatan irratti keessummoota Egeree Oromiyaatu dubbata. Caqasaa. ABOn Oromoof homaa hin hojjannee?Amma dhaloota ( siditu iddoo kana jirra) Dhaloota gaafa ABOn bu’uramu turan, dhaloota jidduu fi dhalota si’anaa ( Dhaloota Qubee)Kanaaf mee dhaloota duraa irraa kaana,1. Osoo ABOn hin bu’uramin ykn hin dhalatin Oromoon maal keessa ture Dr. Dagafaa ?2. J/ Milkeessaa, ABOn maal faa hojjat...
2024-11-12
1h 34
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Hiriira Siyaasaa Gaanfa Afrikaa Oromoo
CBB: Fullbaana 21/2024-Mata duree Hiriira Siyaasaa Gaanfa Afrikaa fi Oromoo jedhu irratti waliin dubbii Dr.Caalaa Olaanaa waliin goone hordofaaHiriira Siyaasa Gaanfa Afrikaa fi Oromoo Yaada asii gadii haala jiru hunduu quba ni qaba garuu eessa jirra jennee of gaafachuun hin baduu. Somaaleen, kana dura Eritriyaa duukaa lola Abiyyi ahmediif maabara seentee waraana ergaa turte har’a ammo salphoo soqolattee salphinaan gargaaru akka jedhamu, saayiba ishee isa Itoophiyaa hunkurutti quba qabdee jirti. Haala amma dhalate yoo ilaalle gabaabsinee 1. Somali-land, biyya hawwii bilisummaa guddaa qabdu, osoo bilisoomtees ishee malu. Gar...
2024-09-22
1h 07
Caalaa Tube's podcast
OFFICIAL DOMINICAN DAY PARADE 2024 - LMP
OFFICIAL DOMINICAN DAY PARADE 2024 - LMP by DJ Corrupted
2024-08-11
2h 44
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Itti baha Kora Miseensota ABO godina Awurooppaa ilaalchisee marii SBO waliin barreessaa fi waloo Caalaa Hayiluu tassade.
Send us a textSupport the show
2024-07-25
50 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Yaakka sanyii duguuggaa Oromoo Tuullaamaa, GG Oromiyaa keessati addeema j
Yaakka sanyii duguuggaa Oromoo Tuullaamaa, GG Oromiyaa keessati addeema jairy ilaalchisee marii J/Ayyaanaa fi barreessa Caalaa Hayiluu gaggeessan caqasaa https://www.youtube.com/live/tW9LjoyIPBw?si=XXMPk7M9MVFUC91LSend us a textSupport the show
2024-07-02
1h 20
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Jaarmiyaa tokko maaltu jabaa taasisa?
#Jaarmiyaa Tokko Maaltu #Jabaa Taasisa? -1 -Dhaabni ykn jaarmiyaan tokko haalli inni ittiin jabaatuufi guddataa deemu karaaleefi roga hundaan waan jaarmiyaan tokko guuttachuudha qabu yoo guuttateedha. Waan hunda caalaa dhaaba tokko kan jabinasaa ibsuufi daran bu'a qabeessa isa taasisu :1). Akeekaafi kaayyoo inni ittiin dhaabbateefi muldhata inni ittiin saba bilisummaa argachuu qaba jedhee qabsaawuuf sanadha. Kaayyoofi akeekni jaarmiyaa tokkoo ifaafii qajeelaa tahuu qaba.Kunis salphaa dhumatti uummatasaa keessatti habaqaaluufi fudhachiisuf lammii akeeka kanaaf jiraatu oomishuu dandaha.2). Hooggantootaa qeenxee irra hooggantootaa waliin waliin walfaana tarkaanfatan, dambooboo, fi ayyaan qabeeyyii akka-abbaa muldhata qabaatoo fi dabballoot...
2024-03-03
21 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Tokkummaa akka sabaatti qabnuun gantoota maalin of keessaa buqqisna?
Marii kana keessatti Dr Dagafaa Abdiisaa MSG fi GS ABO duraanii akkasumas daarikteera fayyaa Hospitaala Leenca Gurraacha kan turan, J/ Ayyaanaa Goobanaa, ogeessaa diinagdee fi qondaala ABO fi Caalaa Hayiluu waloo fi barreessaa tahuun dhimmoota armaan gadii irratti dubbataan.1. Sochii QBO keessatti shoora Qeerroo fi gurmaayinsa Qeeroof gahee ABO2. Gabootaa yeroo yeroon QBO ganan sababa fi tokkummaan sabni akkamiin of keessaa buqushaa3. Olola miidiyaa tiin balbala galaanaa arganne jechuun BILXIGINNAAN xooxessituu fi rakkinoota ololli kuni qabatee dhufu4. Dantaan Oromoo akka sabaa fi uummataattii akkasumas akka OROMIYAA tti maal taha jedhamuu qabxiilee biroo irratti marii dheeraa t...
2024-01-14
1h 44
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Yaada Kitaaba J/ Abbaa Caalaa Lataa irratti
Kitaaba kana baatii darben ( Fulbaana,2022) dubbisee fixe. Kitaabicha dubbisuu Jalqabnaan dhaabuun hin jiru waan taheef guyyaa lama keessattin xummure. Hunduu bitadhaa dibbbisaan jedha.Qabiyyeen Kitaaba Jaal Abbaa Caalaa kuni seen-gulummoo matayyaa isaanii :-a. Ijoollummaa- hanga barnoota jalqabaniib. Haalaa baruu fi barsiisuu fi didhaalee hanga barnoota xummuranitti arganc . Bara Yunibarsiitii turanii fi hirmaannaa sochii QBO jalqabaa keessatti taasisand. Duulaa barnootan Arsii deemuu fi muudannoolee achitti turane. Barnoota xummuruu fi jaarmaa laf-jalaa keessatti qooda fudhachuuf . Qabsoo Qawwee jalqabuuf sochii Dambi...
2024-01-11
19 min
SBS Afaan Oromoo
When should you consider applying for a personal loan? - Liqii dhuunfaa argachuuf yeroo akkam iyyatnoo naqatuu qabdu?
As more Australians than ever seek ways to manage their living costs, many are turning to personal loans. When shopping for options, it's important to research and carefully consider your circumstances before signing on the dotted line. - Lammiileen Australia yeroo kami irra iyyuu caalaa karaa baasii jireenyaa isaanii it to’achuu danda’an barbaadaa jiran kanatti, hedduun isaanii gara liqii dhuunfaatti gargalaa jiru. Yeroo filannoo gara garaa ilaaltan, utuu sarara tuqaa irratti hin mallatteessin dura of-eeggannoo gochuu fi qormaata ofii gaggeessuun barbaachisaa dha.
2023-11-01
12 min
SBS Afaan Oromoo
What is Capital Gains Tax and who needs to pay it? - Gibira Bu'aa irrattii jechuun maal? Eenyutu kafaluu qaba?
Capital Gains Tax (CGT) is an important tax liability added to your taxable income for the financial year. It is not a separate tax. Read more to understand what it is and how the Australian Taxation Office (ATO) enforces it. - Gibira bu’a irrattii (Capital Gain Tax) waan nama irra jiru herrega waggaatti kan galii ofii irraa gibira kafaluun barbaachisu dha. Gibira addaa miti. Irra caalaa hubachuuf olitti dhaggeeffadhaa, barruu dhihaates dubbisaa, Gibirri maal akka tahe Waajjirri Gibira Australia (Australian Taxation Office) maaliif akka seeraan gadi jabeessu asi irraa hubatuu dandeessuu.
2023-09-27
11 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Of tahuu fi Irreecha Oromoo fi Oromummaa - Oromo Thanksgiving holiday
Irreecha (also called Irreessa or Dhibaayyuu), is a Thanksgiving holiday celebrating the end of the winter in the Oromia Region, Ethiopia. The Oromo people celebrate Irreecha to thank Waaqa (God) for the blessings and mercies they have received throughout the previous year. The Irreecha festival is celebrated every year at the beginning of Birraa (Spring), the new season after the dark and rainy winter season. It is attended by hundreds of thousands of people. The thanksgiving is celebrated at sacred lakes across Oromia Region like the Hora Finfinne and Hora Harsadi, Bishoftu, Oromia Region as a whole. On...
2023-09-18
1h 39
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
#BURREE KOO #Oromo#poem by Caalaa Hayiluu
#Burreekoo!Burree koo yaa haadha Daalee, yaa haadha Boorri fi Sooree, Burruus si tiksuuf du’aa,Daaleen si hodhuuf gu’a,Boorriin roorroo kee jibbaa,Sooree fi magaaltu ,sirratti wal dhiibaaAkkuma bifa kee,bubburree lafa guuttee,Akkuma amala kee, cucurree guddiftee,Kan jabaattee sin boqachiifnee, kan laaffattees, sinjibbaannee…Burree haadha goromsaa fi kormaa,Taadhii mirgituu ollaaf ormaa,Kaan Siif jedheet kenna mormaa,Kaanimmoo garaaf 9 gurguramaa,Kaan humna dhabeet cabaatti gumgumaa…Yoo Siif darbaree, yoom dirri kee dhiiga balfa?
2023-09-12
01 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Adoolessa 2023, Maaltu deddeemaa jiraa? Marii Caalaa Fi Dave
MDhO: Adoolessa /2023 Maaltu deddeemaa jiraa?MDhO: Adoolessa /2023 Maaltu deddeemaa jiraa? jedhu jalatti rogeessaa fi qopheessaa miidiyaa Waadaa kan tahe Dave Abdiwaaq waliin marii qabxiilee armaan gadii irratti taasifna.1.Callisaa fi waca Diyaasporaa hiika malee fi kan hiikoo qabu…2. Qophiilee adda addaa Diyaasporaan qopheessaa jiru xiinxaluu ( warra hordofaa jiruuf)3. Haala fi bifa addaan itti fufiinsa hidhaa fi ukkaamsaa miseensota ABO irratti aggaamame…Send us a textSupport the show
2023-07-21
1h 23
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Poem : Walaloo, Gootota Oromoof, Caalaa Hayiluutiin
Send us a textSupport the show
2023-05-21
18 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Poem: Karaan kee marga Hin baasu
Walaloo dheeraa kana bara #2013 barreesse. Waggaa 10 guute.KARAAN KEE MARGA HIN BAASU!Karaan miilaa xiqqoon, isheen irra bobbaatedaamotiin qabaattee, ittiin guca nuu taate,dukkana roobarraa, gaafas calaqqisteeDimimmisa jabaa, kan caaltee hangaatedachiin dhiphattee,ati futtaaftee hiikteeDaandii manii borii , kan haqaaraf yaalteeKan ati eegalte, kan ati irra marmaarteXonboora qabattee, ofii keetif gubatteeAkka dungoo cobxee,meeqaf ifa laatteesitu nuuf daawitii, sumaan biiftuun baate.Karaan kee, gaafasii, akkamiin baasa margadhaloota qarayyootu, bal'isee itti fagaadaandii kee qabatee, m...
2023-05-01
19 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Poem : Walaloo gabaabaa Caalaa Hayiluu tiin
Sitti booneen siin boohaa , sitti qaanfadheen siin boonaa,Siin booneen, sitti qaanfadhaa,Sibaqadheen si aanfadhaa, sitti aanfadheen si baqadhaa…Galgala siin booneen, guyyaa siin boohaa,Galgala Siif booheen, ganama siin boonaa…Ati, atin kuni na rakkifte, albakkuu taatee,na boochitee, walammee of gootee Anummaatu anumaan of nyaatee…Anumatu anumaan maraatee..https://youtu.be/z3ivNAZPwO0Send us a textSupport the show
2023-03-04
01 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Poem: Aayyoo Oromoo- Giiftii Booranaa
Yaadannoo Aayyoo Oromoo beelli fi hongeen boquu cabseef naa haa taatu.23/01/2023Caalaa HayiluuSend us a textSupport the show
2023-01-24
03 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Poem: dhaloota Fincilaa, by Caalaa Hayiluu
Send us a textSupport the show
2023-01-12
05 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Poetry: Abdii fi Imaltuu ( Hope and the traveller)
Walloo waloo Caalaa Bayiluu AbaataaSend us a textSupport the show
2023-01-03
04 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Poetry : Imimmaan Haadha Oromoo - Caalaa Hayiluutin
Send us a textSupport the show
2022-12-19
10 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Poetry/walaloo : Hardhas qofaa kooti
Walaloo Caalaa HayiluuSend us a textSupport the show
2022-12-14
05 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Poetry: Bulmaanni fi oolmaan by Caalaa Hayiluu
Send us a textSupport the show
2022-11-22
00 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Conversation: Hayyoota Oromoo fi qabsoo Bilisummaa Oromoo Af-gaaffii Dr.Baaroo fi Dannaboo waliin obbo Ayyaanaa Goobanaa taasisan
Conversation: Hayyoonni Oromoo qabsoo Oromoo caalaa warri dantaa ofii filatan seenessa qabsoo Oromoo maalif haqanqaaluu?Send us a textSupport the show
2022-11-20
1h 33
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
CONVERSATION: Bara 2019, Dr. Caalaa Fi waloo Caalaan marii Tasfaayee Dheeressaa waliin godhan yaadachuuf caqasaa
Send us a textSupport the show
2022-09-27
1h 00
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
POEM: Wareegamuu Dabalaa Xaafaa. tiif walaloo Caalaa Hayiluu bara 2015
Send us a textSupport the show
2022-09-27
08 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Conversation: Marii waayee Kitaaba Haarawa J/ Abbaa Caalaa Lataa barreessan irratti J/ Ayyaanaa Goobanaa kutaa 1ffaa
Send us a textSupport the show
2022-09-16
1h 06
The Free Oromia Podcast
Ep. 57: In Conversation with Abbaa Caalaa - The Founding & Struggle of the Oromo Liberation Front
In this month's episode, J/Aangoo and J/Leelloo are joined by an eminent figure in the history of the Oromo liberation struggle, Abbaa Caalaa Lataa, a founding member of the Oromo Liberation Front (OLF), to discuss his recently published autobiography entitled “Abbaa Caalaa Lataa: Jireenya fi Qabsoo ABO”, which translates to “Abbaa Caalaa Lataa: My life and the struggle of the Oromo Liberation Front”. Abbaa Caalaa shares some eye-opening and grounding truths about the arduous journey of establishing the OLF, and gives perspective to how the Oromo nation has reached the current stage in the liberation struggle. He also shar...
2022-08-31
1h 08
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Music : Caalaa Daggafaa
Send us a textSupport the show
2022-08-21
06 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Poem: Do not Chase me Chala’s poem in English is written in 2012
The poem "Don't Chase Me" read by the author himself, Caalaa Hayiluu Abaataa. Caalaa was jailed and tortured in Maekelawi, the notorious police station in Ethiopia in 2011, for writing poetry about the Oromo people who suffers oppression by the Ethiopian government. He now lives in exile in Sweden. Read his story here: http://www.untoldstoriesonline.com/my...The reading is filmed during Poesi på liv och död – exilen den verkliga utmaningen (Poetry on life and death – With the exile as the real challenge), an event by Stockholm University. May 10, 2016 at Fanfaren Kultur Farsta, Stockholm, Sweden.https...
2022-08-04
04 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Conference of OLF : Why did we fight against the colonial system for the past half century, and what have we achieved through our hard struggle so far?
Why did we fight and what did we achieve through our struggle?Commemorating the bitter journey of the OLF's struggle over the past 49 years.During this historic event, Oromo veterans who have been there from the formation of OLF to the present day have given remarkable speeches.To name a few of them, OLF Chairman Dauwd Ibsa and former leaders of the organization such as Taha Abdi, Ibsa Gutema and Abba Caalaa Lataa were honorable guests and they made presentations during OLF's 49th-anniversary celebrations. You are all invited to listen to their presentations.Send u...
2022-07-22
1h 50
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Conversation: Abbaa Caalaa Gabulmorkaa waliin marii goone caqasaa
Abbaa Caalaa Gabulmorkaa miseensa WBO durii fi nama manneen hidhaa Xoophiyaa keessatti dararamaa turee dha.https://youtu.be/Txqj-EZnkzcSend us a textSupport the show
2022-06-25
1h 25
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Poem: Allaattii Naaf tahi
Walaloo CaalaaSend us a textSupport the show
2022-06-21
02 min
Tamsaasa Sagaleen - Sagalee Ameerikaa
Ijoolleen Godaantotaa Ijoollee Ameerikaatti Dhalatan Caalaa Milkaa’ina Kan Argatan Maaliifi? - Waxabajjii 06, 2022
2022-06-06
05 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Wareegama Qeerroo fi gufata , manii gahiinsa QBO hanga bara 2018
The Oromoo youth made a huge sacrifice to the Oromo battle until the eagle came in and stole their precious sacrifice from them.During the conversation we made with Caalaa, Dr. Degefa, Xaasoo and Ayyaanaa Gobanaa, we spoke from the student movement to the Qeerroo movement until Abiy seized power with the blood of the Qeerroo in the name of Oromo and then betrayed our nation.https://youtu.be/O3x6IqMDu74Send us a textSupport the show
2022-05-14
1h 28
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Conversation: Qophii Egeree Oromiyaa
* Dhimmoota Hiriira Mormii mootummaa Abiy irratti Hawaasni Oromoo gaggeessaa jiru,* Dhimma Yaadannoo GGO FI EEBBA KITAABA BOOREE, kan Gammachiis Naadoo tiin barreeffamee irratti marii Caalaa Hayiluu fi Gammachiis Naadoo taasisanSend us a textSupport the show
2022-05-01
58 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Poem : Dhangaa miti, Caalaa Hayiluu
Send us a textSupport the show
2022-04-21
03 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Sagantaa Soraa :Du'a Galaasaa Dilboo qeeqa gamaa-gammee
Marii Caalaa fi Yaadakool dhimmoota Oromoo fi Oromiyaa irratti akkasumas waayee Qeeqa gamaa gammee du'a obbo Galaasaa Dilboo irratti taasisanSend us a textSupport the show
2022-04-04
1h 13
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
CHANNEL OROMIA : 10/03/2022 Daldala siyaasaa fi burjaajessaa maqaa 'Marii Biyyoolessaa' jedhuun deemaa jiru irratti obbo Ayyaanaa Goobanaatu Obbo Damboobaa fi Caalaa Hayiluu waliin marii godhan
CHANNEL OROMIA : 10/03/2022 Daldala siyaasaa fi burjaajessaa maqaa 'Marii Biyyoolessaa' jedhuun deemaa jiru irratti obbo Ayyaanaa Goobanaatu Obbo Damboobaa fi Caalaa Hayiluu waliin marii godhanhttps://youtu.be/q1r_9tcwpXESend us a textSupport the show
2022-03-21
1h 33
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
QUBEE KOO- Walaloo Caalaa Hayiluu
Send us a textSupport the show
2022-03-08
06 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Jabaachuu WBO fi Waca Diinotaa akkasumas Jeequmsa PP, keessaa fi saba keenyarratti gaaga'ama gahaa jiru...
Jabaachuu WBO fi Waca Diinotaa akkasumas Jeequmsa PP, keessaa fi saba keenyarratti gaaga'ama gahaa jiru irratti marii Waloo Gaazexeessaa Sayyoo Ahmed, barreessaa Kumsaa Buraayyuu fi Caalaa Hayiluu gaggeessan caqasaa.Nu jajjbeessuu hin dagatinaa.Send us a textSupport the show
2022-03-07
2h 01
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Marii dhaadannoo Habashootaa fi dhugaa lafa irra jiru irratti gaggeessine
Xoophiyaan hin diigamtuu jechuun dhaadannoo Habashootaa fi olola qor-qalbii Oromoo irratti deemaa jiru ilaalchisee Marii Dr.Dagafaa Abdiisaa, Barreessaa Caalaa Hayiluu fi Gaazexeessaa Tasfaayee Dheeressaa gaggeessan caqasaaSend us a textSupport the show
2022-02-22
1h 41
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
The guy in the cell next door - Grabben i cellen bredvid - P1 Dokumentär -2015
The poet Caalaa was sitting in the cell next to the journalist Martin Schibbye at the police station in Addis Ababa. He is tortured daily. Caalaa escapes for her life and ends up alone in a wintry Hälsingland.During Martin Schibbye and Johan Persson's time in a cell at the police station in Addis Ababa, they could for several days see how prisoners were picked up at the rest yard from an underground part of the police station. The prisoners squinted at the bright light and were in poor condition. At night, screams were heard from the n...
2022-02-07
49 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
ANI QAATAN DU'E- IRBUUFAN JIRAADHA - Caalaa's short poem
Send us a textSupport the show
2022-02-04
07 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
#Didaakoo! Caalaa's short poems
Didaa koo,Walaloota Caalaa Hayiluu!https://youtu.be/AiLX6WjaAjMSend us a textSupport the show
2022-02-03
14 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Poem: Gayyaa Natti taatee
Walaloo Caalaa HayiluuSend us a textSupport the show
2021-12-20
02 min
Voice of Independent Oromia (RSWO)
Sagantaa RSWO Amajji 10, 2021
Qeerroon Oromoo Caalaa Qanaatee jedhamu – kan Obboleeyyan isaa quxusuun lama (Iyyaasuu fi Lalisaa Qanaatee) bara 2018 keessa ajjeefamanii turan – qabata deggersa WBO'n, Ona Eebantuu keessatti hidhamee jiraachuu, akkasumas, Oromootni sababuma wal-fakkaatuun hidhamanii dararamaa jiran hedduu ta’uu. Dhiibbaa cimaan Onoota Konyaa Salaalee addaa addaa keessatti, humnoota Naannoo Amaaraan Eenyummaa Oromoo irratti taasifamu hammaachuun, Ona Darraa Naannoo Amaaraa jala galchuuf ijaarsi ‘Warraaqsa Biyyoolessaa Amaaraa’ jedhamu sochii cimaa gochaa jiraachuu. Manneen Barnootaa adda addaa keessattis Afaan Oromoo akka hin barsiifamneef barsiisota irratti dhiibbaan taasifamaa jiraachuu. Haaluma kanaan, Ganda Tuutii jedhamu keessatti Barsiisonni Oromoo doorsifamuun hojii irraa ugguramuu...
2021-10-22
35 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
IRREE KOO
Walaloo Caalaa HayiluuSend us a textBuzzsprout - Let's get your podcast launched!Start for FREEDisclaimer: This post contains affiliate links. If you make a purchase, I may receive a commission at no extra cost to you.Support the show
2021-10-08
14 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
DHANGAA miti
Walaloo gabaabaa Caalaa HayiluuSend us a textSupport the show
2021-10-08
03 min
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Oromummaa vision in the eyes of the Oromo intellectuals.
Today our guests are Dr. Baaroo Dheereessaa and Dr. Torban Hundee. They are both Oromo nationalists and intellectuals who took the time to discuss what Oromumma means and what vision and mission Oromuma has. They define Oromuma and what could we achieve with Oromummaa vision? In addition, they discussed immensely why the #Oromummaphobia has spread daily and has become one of the most burning topics in the Ethiopian Empire now a day? Oromummaa had long been targeted in the hostile history of the Abyssinian with the Oromo nation to undermine the values, culture, language of the Oromo and att...
2021-05-28
1h 05
Caalaa Tube's podcast
DnB Podcast: Twitch Drum & Bass Live Stream 001 Mix by CYCNUS (#17)
Subscribe to in iTunes (Click link to open iTunes) Direct Download (Right Click, Save Target As) Had a blast working on this new live stream, be sure to check out the replay on my YouTube or Twitch channels, and be sure to follow me on Twitch at twitch.tv/djcycnus for the next time I go live! YouTube Channel Twitch Channel -=http://www.Cycnus.ca=- DnB Podcast: Twitch Drum & Bass Live Stream 001 Mix by CYCNUS (#17) Tracklist: 1.) Wild Child - Cyantific 2.) Acidic Love - Waeys, Krispy 3.) Guitar Track - Kings of The Rollers
2020-05-31
1h 07
Caalaa Tube's podcast
Calm Rain Sounds
1 hour of calm soothing rain sounds
2020-04-17
1h 00
Caalaa Tube's podcast
אליעד עם זאב נחמה
2018-09-16
22 min
Caalaa Tube's podcast
מארינה מקסימיליאן עם שלמה גרוניך
2018-06-11
20 min
Caalaa Tube's podcast
טונה עם דני סנדרסון
2018-05-17
18 min
Caalaa Tube's podcast
ג'יין בורדו עם אלון אולארצ'יק
2018-01-25
21 min
Caalaa Tube's podcast
חנן בן ארי עם מוש בן ארי
2017-12-26
13 min
Caalaa Tube's podcast
סטטיק ובן אל עם עידן רייכל
2017-12-02
22 min
P1 Dokumentär
Grabben i cellen bredvid
Poeten Caalaa satt i cellen bredvid journalisten Martin Schibbye på polisstationen i Addis Abeba. Han torteras dagligen. Caalaa flyr för sitt liv och hamnar ensam i ett vintrigt Hälsingland. Lyssna på alla avsnitt i Sveriges Radio Play. Under Martin Schibbye och Johan Perssons tid i en cell på polisstationen i Addis Abeba kunde de en del dagar se hur fångar togs upp på rastgården från en underjordisk del av polisstationen. Fångarna kisade mot det starka ljuset och var i dåligt skick. På nätterna hörde man skrik från granncelle...
2016-09-09
49 min
P1 Dokumentär
Grabben i cellen bredvid
Poeten Caalaa satt i cellen bredvid journalisten Martin Schibbye på polisstationen i Addis Abeba. Han torteras dagligen. Caalaa flyr för sitt liv och hamnar ensam i ett vintrigt Hälsingland. Lyssna på alla avsnitt i Sveriges Radio Play. Under Martin Schibbye och Johan Perssons tid i en cell på polisstationen i Addis Abeba kunde de en del dagar se hur fångar togs upp på rastgården från en underjordisk del av polisstationen. Fångarna kisade mot det starka ljuset och var i dåligt skick. På nätterna hörde man skrik från granncelle...
2015-11-06
49 min
Caalaa Tube's podcast
DnB Podcast: Nothing but Metrik & Nu:Tone Mini Mix by CYCNUS (#16)
Subscribe to in iTunes (Click link to open iTunes) Direct Download (Right Click, Save Target As) Metrik, Nu:Tone & Etherwood are making their west coast rounds for the Hospital Records tour 2015 in Vancouver BC, CANADA!! @ The Red Room for SUBculture Saturdays! - March 18, 2015! Get your tickets fast! Big things for 2015!!! Facebook Event Digital Motion Events -=http://www.Cycnus.ca=- -=http://www.YouTube.com/CycnusDnB=- Metrik, Nu:Tone & Etherwood MiniMix by CYCNUS 30 Minute step down memory lane with nothing but Metrik & Nu:tone! Had a blast digging through my tunes for this one! Ca...
2015-03-06
26 min
Caalaa Tube's podcast
DnB Podcast: Non stop double dropped MEGA Mix! by CYCNUS (#15)
Subscribe to in iTunes (Click link to open iTunes) Direct Download (Right Click, Save Target As) An hour stuffed full of the latest double dropped dnb dance floor smashers! Loving the harder edge stuff lately, MASSIVE tunes from the likes of Mefjus, State Of Mind, Noisia and MANY others! If you like what you hear, come check me out at "Strictly Business 9" @ The Red Room - Vancouver BC - March 7th, 2015!! And don't forget all the crazy acts Vancouver has touching down in March! Facebook Event Digital Motion Events Mar 07, 2015 - Strictly Business 9 - Bullet // Pacific // Psidream // Cycnus Mar 1...
2015-02-21
1h 02
Caalaa Tube's podcast
DnB Podcast: Nothing but Logistics Mini Mix by CYCNUS (#14)
Subscribe to in iTunes (Click link to open iTunes) Direct Download (Right Click, Save Target As) Logitsitcs!!, master producer & responsible for a TON of drum & bass hits over the last 10 years! Making his west coast rounds in Vancouver BC, CANADA!! @ The Red Room for SUBculture Saturdays! - January 24, 2015! Get your tickets fast! Big things for 2015!!! Facebook Event Digital Motion Events Tickets @ TicketZone -=http://www.Cycnus.ca=- -=http://www.YouTube.com/CycnusDnB=- Logistics MiniMix by CYCNUS 30 Minute step down memory lane with nothing but Logistics! Had a blast digging through my tunes f...
2015-01-16
32 min
Caalaa Tube's podcast
Drum N Bass Podcast Episode #13
Subscribe to in iTunes (Click link to open iTunes) Direct Download (Right Click, Save Target As) -=http://www.Cycnus.ca=- -=http://www.YouTube.com/CycnusDnB=- Basswave Thur @ The Grateful Fed 1 Hour of up front Drum & Bass! Over 40 of the freshest tracks from the hotest producers of 2012. Recorded from Basswave Thur @ Grateful Fed - Kelowna BC Sept 27, 2012 For all you audiofiles, all podcasts are recorded & posted in straight 320Kbit, none of that 128Kbit Podcast garbage! Tracklisting 1.) Sato- Detroit Lies Bleeding 2.) S.P.Y. - Love & Hate 3.) Renegade - Late Night Flex 4.) Logistics - Fea...
2013-02-03
1h 02
Caalaa Tube's podcast
Drum N Bass Podcast Episode #12
Subscribe to in iTunes (Click link to open iTunes) Direct Download (Right Click, Save Target As) -=http://www.Cycnus.ca=- -=http://www.YouTube.com/CycnusDnB=- -=Facebook Event=- DJ Cycnus @ Tie Dyed Decibels - Beaverdelle BC, July 1, 2011 What a great way to be celebrating Canada day! Thanks to all those who stuck it out until 3:30am for my set. Huge up's to Brett & the whole crew who helped put this Festival together! Here's to next year!!! http://www.facebook.com/event.php?eid=154214724642256 -=http://www.Cycnus.ca=-
2011-07-03
1h 11
Caalaa Tube's podcast
Drum N Bass Podcast Episode #11
Subscribe to in iTunes (Click link to open iTunes) Direct Download (Right Click, Save Target As) Catch Netsky making his west coast rounds in Canada! @ Footwerk - March 16, 2011 - Kelowna B.C. Tickets @ http://www.footwerk.ca/ -=http://www.Cycnus.ca=- -=http://www.YouTube.com/CycnusDnB=- Netsky Mini Mix by DJ Cycnus! All tracks purchased from http://breakbeat.co.uk Tracklist: 1.) Netsky - Your Way 2.) Netsky - Memory Lane 3.) Netsky - Smile 4.) Netsky - The Magic Russian Bottle 5.) Netsky...
2011-03-07
20 min
Caalaa Tube's podcast
Drum N Bass Podcast Episode #10
Subscribe to in iTunes (Click link to open iTunes) Direct Download (Right Click, Save Target As) Basswave Thur @ The Grateful Fed -=http://www.Cycnus.ca=- -=http://www.YouTube.com/CycnusDnB=- Loads of brand new tracks in this mix! Check out Drum & Bass Arena for the latest! Tracklisting Tracklist: 1.) SPY - The Boy Who Cried Wolf 2.) The Funktion - Gyrator (Icicle Remix) 3.) Need for Mirrors - Virago (Ft. Steo) 4.) Lynx - Disco Dodo 5.) Rockwell - Stay Calm 6.) Break - Don’t Look Down (Ft. Calyx & Teebee)
2011-02-28
1h 10
Caalaa Tube's podcast
Drum N Bass Podcast Episode #9
Subscribe to in iTunes (Click link to open iTunes) Direct Download (Right Click, Save Target As) Footwerk Events on Facebook -=http://www.Cycnus.ca=- -=http://www.YouTube.com/CycnusDnB=- Tracklisting Tracklist: DJ Cycnus @ Footwerk - Kelowna BC - Thur Dec 16, 2010 1.) Alix Perez - Dark Days 2.) DC Breaks - Hysteria 3.) DJ Hazard - Death March 4.) Survival & Octane - Transition 5.) Sigma - Stronger 6.) Wilkinson - Scream It 7.) DC Breaks - Pickett Line VIP 8.) Chase & Status - Take Me Away 9.) Technicolour - Skyline B...
2011-01-04
52 min
Caalaa Tube's podcast
Drum N Bass Podcast Episode #8
Subscribe to in iTunes (Click link to open iTunes) Direct Download (Right Click, Save Target As) Basswave Thursdays @ The Grateful Fed -=http://www.cycnus.ca=- Tracklisting Brand new track off Audio's new LP Genesis Device! Pick it up now! 1.) Audio - Genisis Device DJ Cycnus @ The Grateful Fed, Kelowna BC - Sept 16, 2010 1.) London Elektricity - Just One Second (Accapella) 2.) Greeley feat. Lomax - Can’t Wait For You 3.) Spectrasoul - Bygones 4.) Origin Unknown - Valley Of The Shadows 5.) Alex Reece - Pulp Fiction (Lynx 2010 Edit) 6.) Bcee and Lomax Feat. Atora - Love Hope & Futu...
2010-10-17
1h 09
Caalaa Tube's podcast
Drum N Bass Podcast Episode #7
Subscribe to in iTunes (Click link to open iTunes) Direct Download (Right Click, Save Target As) Basswave Thursdays @ The Grateful Fed -=http://www.cycnus.ca=- Tracklisting DJ Cycnus @ The Grateful Fed, Kelowna BC - May 13, 2010 1.) Lemon D - Jazz Is 2.) Lynx - Counterpoint (Original Mix) 3.) Camo & Krooked - Turn Up (The Music) 4.) Spor - Kaori 5.) Marcus Intalex - Temperance 6.) Crystal Clear - Superfunk 7.) Survival - Descendant of The Sun 8.) Spor - Overdue (Feat. Tasha Baxter) 9.) Drumsound & Bassline Smith - Steal My Heart (Feat. Youngman) 10.) Spor - Halogen 11.) Jakes...
2010-05-17
1h 01
Caalaa Tube's podcast
Drum N Bass Podcast Episode #6
Subscribe to in iTunes (Click link to open iTunes) Direct Download (Right Click, Save Target As) DJ Cycnus @ The Grateful Fed, Kelowna BC - Jan 27, 2009 Basswave Thursdays @ The Grateful Fed -=http://www.Cycnus.ca=- Track Listing 1.) 60 Minute Man - Brand Nu Day 2.) Lenzman - Ever so Slightly 3.) S.P.Y New Beginning 4.) E-Z Rollers - Meatball 5.) Bones And The Godfather - Pressure Anthem 6.) Mutt - Brother 7.) Original Sin - Promise Me 8.) Alix Perez - Contradictions 9.) Break - Jungle Step 10.) Sappo - Ding Dong Bass (Remix) 11.) Blame - A...
2010-02-08
1h 01
Caalaa Tube's podcast
Drum N Bass Podcast Episode #5
Subscribe to in iTunes (Click link to open iTunes) Direct Download (Right Click, Save Target As) Track ListingBrand new VIP action from Drumsound & Bassline Smith 1.) Drumsound & Bassline Smith - Mafia VIP Cycnus - F3AR - Kamloops BC - Oct 30, 2009 Huge 90 minute mix with 70+ tracks! 1.) TC - Raise The Roof / Pendulum - Tarantula 2.) TC - They Live 3.) DJ Fresh - Gold Dust 4.) Phesta - The Sun VIP 5.) Camo & Krooked - Vampires 6.) Drumsound & Bassline Smith - R U Ready 7.) Freeland...
2009-11-02
1h 37
Caalaa Tube's podcast
Drum N Bass Podcast Episode #4
Subscribe to in iTunes (Click link to open iTunes) Direct Download (Right Click, Save Target As) Track ListingHuge new track from Fresh 1.) DJ Fresh - Heavyweight Cycnus live @ SODA in Calgary AB, June 11th 2.) Dirtyphonics - Vandals 3.) The Prodigy - Thunder 4.) Ed Rush & & Optical - Chubrub 5.) TC - Fuck What You Heard 6.) Spor - 8 Bit Bitch (Evol Intent Remix) 7.) Drumsound & Bassline Smith - Can You Feel It 8.) Flare - Welcome to Jamrock 9.) Crystal Clear vs Cabbie - Street Hawk 10...
2009-08-24
1h 22
Caalaa Tube's podcast
Drum N Bass Podcast Episode #3
Subscribe to in iTunes (Click link to open iTunes) Direct Download (Right Click, Save Target As) Track ListingIntro 1.) The Prodigy - Thunder Cycnus in the mix2.) Shock One - Chronic (Ft. MC Spyda) 3.) Xample - Lowdown 4.) Spor - Loose It 5.) Moby - Alice (Noisia Rmx) 6.) Dirty Harry - Skankers 7.) Ram Trilogy - Asylum 8.) System - Near Miss 9.) TC - Jump 10.) DJ Hazard - Evac Q 8 11.) Shock One - Polygon 12.) Basher - Static Chicken 13.) Dillinja - Who You VIP...
2009-04-30
1h 02
Caalaa Tube's podcast
Drum N Bass Podcast Episode #2
Subscribe to in iTunes (Click link to open iTunes) Direct Download (Right Click, Save Target As) Track ListingIntro 1.) DJ Samurai - Stairway Cycnus in the mix2.) Atlantic Connection - Rocksteady (LA Riots Rmx) 3.) Culture Shock - Kronix 4.) Lynx - Disco Dodo 5.) Chase & Status - Street Life 6.) High Contrast - If We Ever 7.) Chase & Status - Hurt You 8.) TC - Borrowed Time VIP 9.) Xample - Contra 10.) Aphrodite - Can't Stop 11.) Drumsound & Bassline Smith - Ragga Twins Story 12.) Nero - Energy...
2009-02-15
1h 05
Caalaa Tube's podcast
Drum N Bass Podcast Episode #1
Subscribe to in iTunes (Click link to open iTunes) Direct Download (Right Click, Save Target As) Track ListingIntro 1.) Drumsound & Bassline Smith - Skumbag Cycnus in the mix 2.) Pesahy - Don't Think About Me 3.) Noisia - Crank 4.) Chase & Status - Street Life 5.) Bungle - Where Am I 6.) Mampi Swift - One Finga 7.) Contour - Vanishing Point 8.) Heist - Sleep In Ya Eyes 9.) Mutt - Feeligns For You 10.) Noisia - Stigma 11.) DJ Hazard - Machete Cycnus exclusive - Brand new...
2009-01-25
30 min