podcast
details
.com
Print
Share
Look for any podcast host, guest or anyone
Search
Showing episodes and shows of
Hasen Mh Hassen
Shows
Ricko's Chanal News
Stasi Leute zerstörten den Osten nach der Wende
Die Nazis haben 1933 angefangen Deutschland systematisch zu zerstören 1945 nach dem Kriege gab es zwei deutsche Staaten west und Ost west war Demokratisch und der Osten Diktatorisch 1989 sind im Osten immer mehr auf die Straße gegangen und schrieen wir sind das Volk genau diese schreien es heut die selben Personen 1990 kamn es dann zum Umsturz der Diktatur Honeckers die Diktatur in Deutschland war abgeschafft es gab da immer noch die Stasi
2024-12-30
03 min
Paralímpicos
Una nadadora elegida concejala y una polifacética esgrimista, en el ‘Podcast Paralímpico’
El ‘Podcast Paralímpico’, producido cada mes por el Comité Paralímpico Español, se acerca en su edición de junio a las historias de la nadadora Sarai Gascón, recién elegida concejala de Tarrasa (Barcelona), y de la pionera de la esgrima en silla de ruedas Gemma Hassen-Bey. Además, dedica sendos espacios al programa ‘Trainers Paralímpicos’ y a las recientes jornadas formativas para deportistas del Plan ADOP. Sarai Gascón narra en este capítulo su incansable vida más allá de las piscinas. Lleva 17 años en la alta competición, ha conquistado ocho medallas en Juegos Para...
2023-06-30
37 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Sagantaa tamsaasa yaalii oro fm podcast 2
Tamsaasa oro fm podcast karaa websaayitii www.orofm.mhaagj.org dabalatee marsariliilee akka spotify apple podcast itunes anchor.fm amazon music google podcast dabalatee marsariitilee kudhashani ol irrattii nu dhageeffachuu dandeessuu. Sagantaa tamsaasa yaalii kenya isa har’atin sirboota afaan oromoo babbareedoo ta’an filannee isin afferree jirraa afferaamaa. — Send in a voice message: https://anchor.fm/haacaaluufm/message
2023-01-04
00 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Oro fm
oro fm Sagantaa tamsaasa yaalii oro fm podcast 2Sagantaa Tamsaasa yaali oro fm podcastSirboota Ali Birraa Oro FM Podcast web https://orofm.mhaagj.orgSagantaa Tamsaasa YaliiSagantaa seenaa gootoota Oromoo Boqonnaa 1ffaa Seenaa Haacaaluu Hundessaa Kutaa 1ffaa Oro FM PodcastKunii oro fm yommuu ta’u fmn kuni yaadannoo goototaa kenyaaf akka nuf ta’u kam banamee. Web saayitii kenya https://orofm.mhaagj.org irratt nu dha
2022-12-28
00 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
SIrboota
Oro FM PodcastKunii oro fm yommuu ta’u fmn kuni yaadannoo goototaa kenyaaf akka nuf ta’u kam banamee. Web saayitii kenya https://orofm.mhaagj.org irratt nu dhageeffadhaa. Fm kana irrattii sagantaalee seenaa oroomoofii goitoota oromoo faarsaniifii sirboita afaan oromoo ittiin tamsaafama. Nu wajjin turaa. Hasen Mh Hasen Jimma oromiyaa 2022 Sagantaa tamsaasa yaalii oro fm podcast 2byHaacaluuFMTamsaasa oro fm podcast karaa websaayitii www.orofm.mhaagj.org dabalatee marsariliilee akka spotify apple podcast itunes anchor.fm amazon music google podcast dabalatee marsariitilee kudhashani ol irrattii nu dhageeffachuu dandeessuu. Sagantaa tamsaasa yaalii kenya isa...
2022-12-02
00 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Sagantaa FM Podcast WAAGJ sadaasa/10/2015 sagantaa odeessaafi hubannoo seeraa sirbota alibirra
Hordooftootaa fi dhaggeeffattota FM waagj sagantaa kenya har’atin sagantaalee odeffannoo fi sagantaa hubannoo seeraa isin biraan genya sagantaa odeessaaletin Odeessalee kenya har’aatin — Waltajjii Leenjii fi Mari Gamaggama Karoora Raawwii Hojii kurmaana 1ffaa waajjira abbaa alangaa godina jimmaa sadaasa sadifii afur guyyoita lamaaf taasifamee haala gaaridhaan golabamuu isaa. Himatamaan Birhaanuu abbaa jabal jedhamu yaakka ajjechaa cimaa godina jimmaa aanaa qarsaattii raawwateen hidhaa cimaa woggaa kudha saddetiin adabamuu isaa Himatamaan Naim jedhamu yaakka ajjechaa cimaa godina jimmaa aanaa sigimoottii raawwateen hidhaa cimaa woggaa kudha jahaan adabamuu isaa isinittii himna nu wajjin turaa je...
2022-11-18
00 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Sagantaa FM Podcast WAAGJ sadaasa/10/2015 sagantaa odeessaafi hubannoo seeraa sirbota alibirra
Hordooftootaa fi dhaggeeffattota FM waagj sagantaa kenya har'atin sagantaalee odeffannoo fi sagantaa hubannoo seeraa isin biraan genya sagantaa odeessaaletin Odeessalee kenya har'aatin --- Waltajjii Leenjii fi Mari Gamaggama Karoora Raawwii Hojii kurmaana 1ffaa waajjira abbaa alangaa godina jimmaa sadaasa sadifii afur guyyoita lamaaf taasifamee haala gaaridhaan golabamuu isaa. Himatamaan Birhaanuu abbaa jabal jedhamu yaakka ajjechaa cimaa godina jimmaa aanaa qarsaattii raawwateen hidhaa cimaa woggaa kudha saddetiin adabamuu isaa Himatamaan Naim jedhamu yaakka ajjechaa cimaa godina jimmaa aanaa sigimoottii raawwateen hidhaa cimaa woggaa kudha jahaan adabamuu isaa isinittii himna nu wajjin turaa jeechaa gara oduu balinnaatti tarraa. --- Waajjira A/A Go...
2022-11-18
2h 27
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Sagantaa Yaadanno Artisti kabajamaa kenya Dr Ali Birraa
Sagantaan keenya har’aa yaadaannoo Artisrii kabajamaa Dr Ali Birraatiif haa ta’u jechaa sirboota Dr Alii Birraa kan durii fi ammaa isin affeerraa. Tajaajila FM Podcast Wajjira Abbaa Alangaa Goodina Jimmaa. www.waagjfm.mhaagj.org — Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
2022-11-11
00 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Sagantaa Yaadanno Artisti kabajamaa kenya Dr Ali Birraa
Sagantaan keenya har'aa yaadaannoo Artisrii kabajamaa Dr Ali Birraatiif haa ta'u jechaa sirboota Dr Alii Birraa kan durii fi ammaa isin affeerraa. Tajaajila FM Podcast Wajjira Abbaa Alangaa Goodina Jimmaa. www.waagjfm.mhaagj.org --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/waagj/message
2022-11-11
1h 23
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Sirboota Afaan Oromo Tajaajila Podcaasti FM WAAGJ
Sagantaa yaalii tamsaasa fm waajjira abbaa alangaa godina jimmaa. Siirboota afaan oromoo oromo music — Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
2022-11-05
00 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Sirboota Afaan Oromo Tajaajila Podcaasti FM WAAGJ
Sagantaa yaalii tamsaasa fm waajjira abbaa alangaa godina jimmaa. Siirboota afaan oromoo oromo music --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/waagj/message
2022-11-05
33 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Tamsaasa FM Podcast WAAGJ kan Fulbana 7/2015. Jimmaa Attorney FM Podcast. የጅማ ዞን አቃቤህግ መ/ቤት FM
Kuni Tajaajila Podcast FM Waajjira abbaa alangaa godina jimmaatin qophaa'ee tamsaafamu yommuu ta'u, tamsaasa kenya isa har’aatiin odeessaalee dhadachaa wajjiraalee abbaa alangaa aanaa godina jimmaa jalattii murtoo argatan, odeessaallee haala tajaajila waajjira abbaa alangaa godina jimmaa dabalatee odeeffannoo seeraa addaa addaa kan isin biraan genyu ta'a. Dabalata kanaan qophii addaa kan hubannoo seeraa kessan isinif gabbisu isinif qopheessinee jirraa. Qophilee kenya akka boohartanif jecha sirboota adda addaa jidduu jiddurrattii kan isin affeerruu ta'a. Nu waajjin turun sagantaalee kenyaan boharaa hubannoo seeraa kessaniis gabbifadhaa jennaa. Garee komnikeeshinii Waajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa. Website kenya https://mhaagj.org tajaajila fm waagj ht...
2022-09-16
17 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Tamsaasa FM Podcast WAAGJ kan Fulbana 7/2015. Jimmaa Attorney FM Podcast. የጅማ ዞን አቃቤህግ መ/ቤት FM
Kuni Tajaajila Podcast FM Waajjira abbaa alangaa godina jimmaatin qophaa’ee tamsaafamu yommuu ta’u, tamsaasa kenya isa har’aatiin odeessaalee dhadachaa wajjiraalee abbaa alangaa aanaa godina jimmaa jalattii murtoo argatan, odeessaallee haala tajaajila waajjira abbaa alangaa godina jimmaa dabalatee odeeffannoo seeraa addaa addaa kan isin biraan genyu ta’a. Dabalata kanaan qophii addaa kan hubannoo seeraa kessan isinif gabbisu isinif qopheessinee jirraa. Qophilee kenya akka boohartanif jecha sirboota adda addaa jidduu jiddurrattii kan isin affeerruu ta’a. Nu waajjin turun sagantaalee kenyaan boharaa hubannoo seeraa kessaniis gabbifadhaa jennaa. Garee komnikeeshinii Waajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa. Website kenya https://mhaagj.org...
2022-09-16
00 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Sagantaa fm waagj 21/07/2014
akkuma bekkamuu waajjirrii abbaa alangaa godina jimmaa dhaqabamummaa seeraa mirkanessuufii hawaasa kenyaaf huvannoo seeraa umuudhaaf hojii daran ol’aanaa ta’e hojjechaa jiraachuu Kenya ragaan innii hangafaa isin dhaggeffattootni sagalee fm waajjira abbaa alangaa godina jimmaa ta’u kessan mamii waan qabuu miitii. hordooftoota fm waagj har’a dhagettanif sagaleen fm waajjira abbaa alangaa godina jimmaa websaayiti ofiselawaa wajjira abbaa aangaa godina jimmaa dabalatee dhaabbilee tajaajila fm kennun akka adunyaattii sadarkaa 1ffaa hanga 20 jiran hunda irrattii kan tamsaafamuu ta’u isin beeksiisna. haaluma kanaan tamsaasa Kenya hundumaa Dhaabbilee beebbekamoo kan akk fm apple podcast, itunesn spotify, amazon, radio public, google podcast fi...
2022-03-29
1h 01
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Sagantaa fm waagj 21/07/2014
akkuma bekkamuu waajjirrii abbaa alangaa godina jimmaa dhaqabamummaa seeraa mirkanessuufii hawaasa kenyaaf huvannoo seeraa umuudhaaf hojii daran ol’aanaa ta’e hojjechaa jiraachuu Kenya ragaan innii hangafaa isin dhaggeffattootni sagalee fm waajjira abbaa alangaa godina jimmaa ta’u kessan mamii waan qabuu miitii. hordooftoota fm waagj har’a dhagettanif sagaleen fm waajjira abbaa alangaa godina jimmaa websaayiti ofiselawaa wajjira abbaa aangaa godina jimmaa dabalatee dhaabbilee tajaajila fm kennun akka adunyaattii sadarkaa 1ffaa hanga 20 jiran hunda irrattii kan tamsaafamuu ta’u isin beeksiisna. haaluma kanaan tamsaasa Kenya hundumaa Dhaabbilee beebbekamoo kan akk fm apple podcast, itunesn spotify, amazon, radio public, google pod...
2022-03-29
00 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Sagantaa hubannoo seeraa fm sagalee abbaa alangaa godina jimmaa jan 10 2022
Qophessan sagantaa kanaa obboo mulugeetaa megersaa godina jimmaa aanaa coraa botor irraayii. --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/waagj/message
2022-01-10
37 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Sagantaa hubannoo seeraa fm sagalee abbaa alangaa godina jimmaa jan 10 2022
Qophessan sagantaa kanaa obboo mulugeetaa megersaa godina jimmaa aanaa coraa botor irraayii. — Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
2022-01-10
00 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Sagantaa Tamsaasa Yalii
FM Hacaaluu dhageffadhaa websaayitii Qeerroo Hasen Blog fi HaslaaBook Dawwadhaa — Send in a voice message: https://anchor.fm/haacaaluufm/message
2022-01-09
00 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Sagantaa Xinxala Murtii dhadacha Ijibbaata Federaalaa galmee Lakk 16816 ta’en kennamee Seera Yakkaa MFDRI Kewwata 555 (c) fi 556 walbira qabuun qophii qophaa’ee kutaa 1ffaa. 4/27/2014
qophii har’aatin dhimma murtii dhaddacha ijibbaataa Federaalaa galmee Lakk 16816 ta’e irrattii taasifamee. Seera Yakkaa bara 1996 bahee kewwata 555 fi 556 bu’uura seera yakkaa biyya keenyaa jalatti kaa’ameen maal fakkaata jedhu irratti kan qophaa’ee yoo ta’u gaaffileen qophii kanaan hubannoo umuuf yaalamus ; · Maalummaan miidhaa qaamaa cimaa fi salphaa itti yaadamee raawwatamuu seera yakkaa keenya jalatti haala kamiin ibsama.? · Dhimma Namni yakki miidhaa qaamaa irratti raawwatamee lafeen isaa cabee fi cabuun isaas mana yaalaan mirkanaa’e ragaan mana yaalaa dhiyaate, kan kufuu qabu S/Y RDFI kwt 555(c) jalatti moo 556(1) jalatti ?miidhaa qaamaa cimaaa 555(c) jalatti himata b...
2022-01-05
00 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Sagantaa Xinxala Murtii dhadacha Ijibbaata Federaalaa galmee Lakk 16816 ta'en kennamee Seera Yakkaa MFDRI Kewwata 555 (c) fi 556 walbira qabuun qophii qophaa'ee kutaa 1ffaa. 4/27/2014
qophii har’aatin dhimma murtii dhaddacha ijibbaataa Federaalaa galmee Lakk 16816 ta'e irrattii taasifamee. Seera Yakkaa bara 1996 bahee kewwata 555 fi 556 bu'uura seera yakkaa biyya keenyaa jalatti kaa'ameen maal fakkaata jedhu irratti kan qophaa'ee yoo ta'u gaaffileen qophii kanaan hubannoo umuuf yaalamus ; · Maalummaan miidhaa qaamaa cimaa fi salphaa itti yaadamee raawwatamuu seera yakkaa keenya jalatti haala kamiin ibsama.? · Dhimma Namni yakki miidhaa qaamaa irratti raawwatamee lafeen isaa cabee fi cabuun isaas mana yaalaan mirkanaa’e ragaan mana yaalaa dhiyaate, kan kufuu qabu S/Y RDFI kwt 555(c) jalatti moo 556(1) jalatti ?miidhaa qaamaa cimaaa 555(c) jalatti himata banuuf yakkichi meeshaan raawwatamuu fi haala biraan...
2022-01-05
46 min
Jimmaa Attorney FM, WAAGJ FM
Sagantaa Xinxala Murtii dhadacha Ijibbaata Federaalaa galmee Lakk 16816 ta'en kennamee Seera Yakkaa MFDRI Kewwata 555 (c) fi 556 walbira qab
qophii har’aatin dhimma murtii dhaddacha ijibbaataa Federaalaa galmee Lakk 16816 ta'e irrattii taasifamee. Seera Yakkaa bara 1996 bahee kewwata 555 fi 556 bu'uura seera yakkaa biyya keenyaa jalatti kaa'ameen maal fakkaata jedhu irratti kan qophaa'ee yoo ta'u gaaffileen qophii kanaan hubannoo umuuf yaalamus ;· Maalummaan miidhaa qaamaa cimaa fi salphaa itti yaadamee raawwatamuu seera yakkaa keenya jalatti haala kamiin ibsama.?· Dhimma Namni yakki miidhaa qaamaa irratti raawwatamee lafeen isaa cabee fi cabuun isaas mana yaalaan mirkanaa’e ragaan mana yaalaa dhiyaate, kan kufuu qabu S/Y RDFI kwt 555(c) jalatti moo 556(1) jalatti ?miidhaa qaamaa cimaaa 555(c) jalatti himata banuuf yakkichi meeshaan raawwatamuu fi haa...
2022-01-05
46 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Sagantaa Hubannoo seeraa Dhimma Falmii cheekii waliin walqabateee kutaa 1ffaa
Qophii Har’aatin Hubannoo seeraa isin argattan maalii? qophii kana dhageffattanii gaafa xumurtan Ü Himannaa sirna gabaabaadhaan dhiyaatu irratti ragaa ittisaa dhiyeessun kan danda’amu bu’ura keewwata 286 tin mana murtiitin yoo eeyyamamee ta’u isaa ni hubattan hubattan. Ü Ragaa ittisaa dhiyeeffachuuf adeemsi jiru maal akka ta’e ni bartanii? Ü Ragaa ittisaa dhiyeeffachuuf ulaagaawwan barbaachisan maal fa’a ? Ü Himatamaan waraqaan waamichaa yeroo qaqqabu kallattiidhumaan raga ittisaa dhiyeeffata moo? miti? gaafii jeedhuuf hubannoo gadii fagaataa ta’e waan argattannif qophii kana hangaa xumuraattii dhaggefadhaa jechaa qophii kana jidduu jiddudhaan sirbbota boharti isinif uman akkana...
2022-01-01
57 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Sagantaa Hubannoo seeraa Dhimma Falmii cheekii waliin walqabateee kutaa 1ffaa
Qophii Har’aatin Hubannoo seeraa isin argattan maalii? qophii kana dhageffattanii gaafa xumurtan Ü Himannaa sirna gabaabaadhaan dhiyaatu irratti ragaa ittisaa dhiyeessun kan danda’amu bu’ura keewwata 286 tin mana murtiitin yoo eeyyamamee ta’u isaa ni hubattan hubattan. Ü Ragaa ittisaa dhiyeeffachuuf adeemsi jiru maal akka ta’e ni bartanii? Ü Ragaa ittisaa dhiyeeffachuuf ulaagaawwan barbaachisan maal fa’a ? Ü Himatamaan waraqaan waamichaa yeroo qaqqabu kallattiidhumaan raga ittisaa dhiyeeffata moo? miti? gaafii jeedhuuf hubannoo gadii fagaataa ta’e waan argattannif qophii kana hangaa xumuraattii dhaggefadhaa jechaa qophii kana jidduu jiddudhaan sirbbota boharti isinif uman akkana...
2022-01-01
00 min
Jimmaa Attorney FM, WAAGJ FM
Sagantaa Hubannoo seeraa Dhimma Falmii cheekii waliin walqabateee kutaa 1ffaa
Qophii Har’aatin Hubannoo seeraa isin argattan maalii?qophii kana dhageffattanii gaafa xumurtanÜ Himannaa sirna gabaabaadhaan dhiyaatu irratti ragaa ittisaa dhiyeessun kan danda’amu bu’ura keewwata 286 tin mana murtiitin yoo eeyyamamee ta’u isaa ni hubattan hubattan.Ü Ragaa ittisaa dhiyeeffachuuf adeemsi jiru maal akka ta’e ni bartanii?Ü Ragaa ittisaa dhiyeeffachuuf ulaagaawwan barbaachisan maal fa’a ?Ü Himatamaan waraqaan waamichaa yeroo qaqqabu kallattiidhumaan raga ittisaa dhiyeeffata moo? miti? gaafii jeedhuuf hubannoo gadii fagaataa ta’e waan argattannif qophii kana hangaa xumuraattii dhaggefadhaa jechaa qophii kana jidduu jiddudhaan sirbbota boharti isinif uman akkanattii qindessinee isiniin genya. Nu Wajjin Tuuraa.
2022-01-01
57 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
አዲሱ የፌደራል ፍርድ ቤቶች አዋጅ 1234/2013 ይዟቸው የመጣው ዋና ዋና ነጥቦች የነሐሴ 12/2013 ስርጭት።
የፌዴራል ፍርድ ቤቶች ስተዳደሩ የነበሩ በአ/ቁ 25/96 የነበረው ሲሆን ይህንን አዋጅ በማሻሻል አዲሱ አዋጅ በሥራ ላይ ውሏል። የፌደራል ፍርድ ቤቶች አዋጅ 1234/2013 በፌደራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ስር የተቋቋመ 15 ከፍተኛ የሕግ ባለሙያዎችን በአባልነት ያካተተ የዳኝነት ሥርዓት አማካሪ ጉባኤ ረቂቁ ተዘጋጅቶ በፌደራል ፍርድ ቤቶች አመራሮች፣ በሕግ ባለሙያዎች እና በሕዝብ ተሳትፎ ዳብሮ ከሁለት አመታት ቆይታ በኋላ ጥር 13 ቀን/ 2013 ዓ.ም በሕዝብ ተወካዮች ምክር ቤት ጸድቋል። ይህ አዲሱ የፌደራል ፍርድ ቤቶች አዋጅ 1234/2013 ከነባሩ የፌደራል ፍርድ ቤቶች አዋጅ ቁጥር 25/88 እና ይህን አዋጅ ካሻሻሉት ሌሎች አዋጆች ቁጥራቸው 138/1991፣ 254/1993፣ 321/1995 እና 454/1997 ከሆኑት አዋጆች ምን የተለየ አዲስ ነገር ይዞ መጥቷል? እንዲሁም ለአዳዲሶቹ ሕጎች መነሻ ዋና ዋና ምክንያቶቹስ ምን ምን ናቸዉ የሚለዉን በወፍ በረር እንመልከት። --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/waagj/message
2021-08-18
31 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Galmi kenya our objectives፣ እንደ ጅማ ዞን አቃቤ ህግ ፅፈት ቤት ግባችን
Akka garee komnikeeshini mana hojii abbaa alangaa godina jimmaatti fm tora internetii irrattii tamsaafamuu banuun kenya galmiifi kayyoon isaa maalii --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/waagj/message
2021-06-24
12 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
tamsaasa camsaa 24/2013 hubannoo seeraa wa'e qaama bilisa baasu habeus corpus kuta tokkoffaa
Habeas Corpus (Qaama Bilisa Baasuu) Seensa Uumama waan hundaa ta’eet jalqaba irraa ka’ee hanga sadarkaa dhummaa qaqqabbutti sadarkaawwan adda addaa keessa darbuun isaa dirqama ta’a.Sadarkaawwan adda addaa keessa yommuu darbu immoo waantoota baay’ee fooyyeessaa itti dabalaa irraa hir’isaa bakka galma isaa gaha jechuudha. Akkuma dhimmoota biroo adeemsi armaan oliitti taa’e seeraafis kan tajaajilu ta’a.Sababa kanaatin seerotni adda addaa yeroo adda addaa dhimmoota garaagaraa irratti yommuu fooyya’anii bahan arguun qofti raga gahaadha.Waa’een seeraa yommuu ka’u yeroo hunda kan wajjin ka’u waa’ee mirgaati.Kana j...
2021-06-01
30 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
tamsaasa fm MHAAGJ caamsaa 23/2013 wa'ee tamboo ilaalchisee seerrii maal jedha
wa'ee tamboo ilaalchisee seerrii mal jeedhaa. sagantaa abbaa alangaa aanaa cooraa bootoor obboo mulugeetadhaan qophaa'ee. www.mhaagj.org seensa Tamboo xuuxuun nama xuuxu irrattis haa ta’uu bakka namoonnii baay’een argamanitti xuuxuun rakkoo fayyaa kan qaqqabsiisu ta’uu odeffannoon madda adda addaa irraa argamuu ni mul’isa(muldhisa).Kana qofaa osoo hin taanee waraqaawwan tamboon itti samsamamu irratti barreeffamni tamboon du’aaf nama saaxilaa, tamboon dhibeewwan kaansariinama qabsiisa jedhu barreeffames kan argamuu yommuu ta’ukun miidhaa tamboon qaqqabsiisuu kan akeekuudha. Qorannoo Dhaabbani Fayyaa Addunyaa (WHO) yeroo adda addaa taasisuu irra...
2021-05-31
1h 29
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Tamsaasa fm mhaagj caamsaa 2013 hubannoo seeraa seera godaansaa irrattii
Tamsaasa kanaan seera gidaansaa walin wal qabatee barruu xinxala obboo anwaar ahmed abbaa alangaa gidina jimmaatiin kan qophaa'ee kan isiniif dhihaatuudhaa. MHAAGJ --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/waagj/message
2021-05-25
32 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Tamsaasa fm mhaagj caamsaa 17/2013
Tamsaasa kanaan barumsa hubannoo seeraa seera godaansaa irrattii abbaa alangaa godina jimmaa obboo Anwar ahmedin qophaa'ee isinin genyaa nu wajjin turaa --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/waagj/message
2021-05-25
17 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Tamsaasa birootessaa 29 2013 fm mhaagj toraa inteerneetii
Tamsaasa kenya har'aan oduu olmaa dhadachaa irrattii dhihataee. --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/waagj/message
2021-04-07
15 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Tamsaasa Bitootessa 17/2013 fm_mhaagj tora interneetii
Tamsaasa kenya kanaan wa'ee araaxaa ilaalchisee seerrii maal akka jeedhuu wal hubachifnaa. --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/waagj/message
2021-03-26
47 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Oromo music
Nuho gobana yagalana jiruu --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/waagj/message
2021-03-23
12 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Fm.mana hojii AA God Jimmaattii Hubannoo Seeraa boqonnaa jalqabaa.
Leenjii hubannoo seeraa seera yakkaaa mfdri seensa isaa irrattii fm mhaagj irrattii hordofaa. We strive toninsure justice. --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/waagj/message
2021-03-23
14 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Hubannoo seeraa interneetiidhaan Kayyoofi galmii kenya
Hubannoo seeraa interneetiidhan keennuun bu'a qabaa? Galma akka wajjiraatifii akka abbaa alangaattii dirqama hubannoo seeraa keennuu nuurraa jiruu galmaan nu geessisaa? sagalee tamsaasa kana dhaggeffadhaa --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/waagj/message
2021-03-20
09 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Seerrii mal jeedha
Obboo Sisay eddessaa turtii gabaaba jimmaa fana fm dukaa --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/waagj/message
2021-03-20
05 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Kuni FM waajjira Abbaa Alnagaa Godina Jimmatii
--- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/waagj/message
2021-03-19
00 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
Sagalee tamsaasa yaalii
Mhaagjttii platformii fm kallattii websaayti mhaagjtin tamsaasuu jalqabnuu ilaalaa --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/waagj/message
2021-03-18
01 min
⚖️WAAGJ FM Podcast⚖️
sagalee tamsaasa yaalii የሙከራ ስርጭት
Gareen komniikeeshiinii manaa hojii AA God Jimmaa kallattii kanaanis dhuufaa jira kun tamsaasa yaaliitii. --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/waagj/message
2021-03-17
01 min